Ekispoo Irreechaa bara 2017 kana irratti konsartiin addaa artistoota jaallatamoo fi dandeettii addaa qaban kanneen akka Geetaachoo Haylamaariyaam, Araggaahany Waraash, Joorji Aabbuu, Shawiit Mazgaboo, Mahaandis Galatoo, Milkii Abbaanamaa fi kanneen biroo of keessatti hammate waltajjii irratti isin bashannansiisuuf qophii hundumaa xumureera.
Konsartii guddaa kana maatii fi hiriyoota keessan waliin ta’uun ittii hirmaattani yeroo gaarii akka qabaattan abdii guddaa qabna. Gatiin seensaa idileef Qar. 300, VIP ammoo Qar. 1000